Channel
Updated: 2026-07-27
X ke durii jazbooftee sitti dhuftu arguu caalaa maaltu si gammachiisa Amma😁
"Namni maraate Akka maraate hin beeku erga tahee nutis yoo maraanneerra tahe maalitti beekna" jette #_Ababo_Tamiru😁
Yoomallee natti aarte Maqaakoon hadheessiini Sobiima seeqii darbi Guyyaa Koon balleessiini!
Xumura Bara barnootaa 2018 mana barumsaa cufuuf maatiin barattootaa, barsiisonnii Fi barattonni achitti argamne! Badhaasni barattootaa Fi qaama deeggarsa baruu barsiisuu deeggaraa …
Hordoftoota Koo nagaa jirtuu isin jalaan bade mitii xiqqoo biizii taheeni dhiifa
Flags — countries where our network of observers on Telegram recorded this ad being shown in this channel. It's not the advertiser's targeting country: Telegram serves sponsored ads worldwide, and we simply note where the ad appeared in the feed. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; rare placements (under 5%) are collapsed into “+N”.
Ofii sin Amanan garuu ati Akka isaan amantu si dirqisiisu😁
Dhumarratti garuu waan hunduu ni darba! Nutis anis Atis numa darbina!
"Dargagguummaa daangaa dhabde " kitaaba jedhu dubbisuu ni barbaadduu? Namni fedhu react godhi

Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🥰 Yaadaaf👇👇 @michuu_fayisaa Chaanaalaaf👇 ✍️ @michuu_ko