Channel
Updated: 2026-07-27
Duulli Itoophiyaa biyyoota Afrikaa fi addunyaatti beeksisuu tibbana tokko jedhee magaalaa Naayiroobiitti jalqabeera. Sagantaa Itoophiyaa Afrikaatti beeksisuu kana Keeniyaatti Imbaa…
Arsenaal taphataa Riyaal Maadirid Viinishiyees Juuner mallattesisuu akka barbaadu gabaafame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/iWbMVxE
Indiyaattii sirna barnootaarratti haaromsi akka godhamu, waraqaaleen qormaataa miliqfamanii bahuurratti gaafatamni akka jiraatuufi Ministirri barnootaa biyyattii aangoo akka gadhii…
Ilmoon namaafi bineensa adamsaa galaana keessaa waliin isa yaadduun ol waan isaan wal-fakkeessutu jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/guQdhOw
Flags — countries where our network of observers on Telegram recorded this ad being shown in this channel. It's not the advertiser's targeting country: Telegram serves sponsored ads worldwide, and we simply note where the ad appeared in the feed. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; rare placements (under 5%) are collapsed into “+N”.
Ministiirri dhimma alaa Iraan Abbaas Araagchii haleellaa Israa'elifi US waloon Iraanirratti bananii turaniin akkamitti du'a jalaa akka hafan yeroo jalqabaaf dubbatan. via BBC News …
Gaara Kolang GazLa:- Buufata Nukilaraa Iraan lafa jalaa Tiraamp haleeluf dhaadatan via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/HxatBdZ
Saawudii Araabiyaan bakkeewwaan loltootni Huutii Yaman to'atanii jiran irratti Jimaata galgala haleellaa qilleensaa raawwatte jirti.Yeroo walfakkaatutti Ameerikaan immoo doonii dal…
Abiddi Saafaa Faransaayifi Ispeenitti dhaamuu didee babal'achuu jiraattoonni akka baqatan ajajaman. Walumaa galatti namoonni 220,000 caalan biyyoota lamaan keessaa buqa'aniiru. via…

This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.