Channel
Qaala’insi gatii #Itoophiyaa gara dhibbeentaa 15.3ttii ol ka’e; gatiin #Bunaafi #Sukkaaraas dabale Finfinnee, Hagayya 26, 2026: Akka gabaasa dhiyeenya kana Tajaajila Istaatistiksii…
Haleellaa Finciltootaa #Kordofaaniin #Sudaan keessatti raawwatameen namoonni hedduun ajjeefaman: - Gareen Fayyaa Finfinnee, Hagayya 26, 2026: Gareen Ogeeyyii Fayyaa tokko, tuutni f…
#Sudaan_Kibbaa ajjeechaa naga – eegdoota #Itoophiyaa lamaan irratti raawwatame akka qorattu beeksiste; Itoophiyaa, #Gamtaan_mootummootaafi #Masiriin balaa kana balaaleffatan Finfin…
#Eertiraan dooniin boba'aa qarqara Galaana #Yaman 'ittii qabame sobaan alaabaa ishee kan fannifateefi hidhatas kan biyyattii duuka hin qabne ta’uu ibsuun waakkatte Finfinnee, Hagay…
#Yuunaayitid_Isteetisiifi #Deenmaarki #Sudaan irratti Gamtaan Mootummootaa akka Qoqqobbii Meeshaa Waraanaa labsu dhiibbaa taasisaa jiran Finfinnee, Hagayya 26, 2026: Mootummaan U.S…
Du’aatiin beelladaa fi hanqinni bishaanii #Affaar Aanaa #Koriitti hammaate; dhiibbaan #El_Ninos ittuu cimaa dhufe Finfinnee, Hagayya 24, 2026: Rakkoon hanqina bishaanii fi haalli j…
Badrii Abdellatii nageenya #Gaanfa_Afrikaa irratti gita isaanii kan #Jibuutii wajjin mari’atan Finfinnee, Hagayya 24, 2026: Ministirri Dhimma Alaa Masrii Badrii Abdelatii haala nag…
Pirezidaantiin #Sudaan_Kibbaa #Saalva_Kiir dawwannaa hojii idileetiif #Afriikaa_Kibbaa galan Finfinnee, Hagayya 24, 2026: Saalvaa Kiir, Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa, daawwannaaf A…
A head-to-head of how 1xBet and Betano advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus brand and regulated-market focus, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Betway advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus regulated-market brand and sponsorships, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Melbet advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus bonus-led offshore acquisition, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Parimatch advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus brand recognition and sponsorships, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.